✍️ 🧑‍🦱 💚 Autor:innen verdienen bei uns doppelt. Dank euch haben sie so schon 372.752 € mehr verdient. → Mehr erfahren 💪 📚 🙏

Seenaan Abbaa Qabu Hinbadu

Seenaan Abbaa Qabu Hinbadu

von Barisoo Amaloo
Softcover - 9786206795926
115,90 €
  • Versandkostenfrei
Auf meine Merkliste
  • Hinweis: Print on Demand. Lieferbar in 5 Tagen.
  • Lieferzeit nach Versand: ca. 1-2 Tage
  • inkl. MwSt. & Versandkosten (innerhalb Deutschlands)

Autorenfreundlich Bücher kaufen?!

Beschreibung

Barreeffamni kun seenaa fi taateewwan Arsii keessatti raawwatame qofa kan ibsu fakkaatus keessa lixxee yoo dubbistu Oromiyaa fi Itiyoophiyaan maal keessa jirti? jettee yoo gaafatte deebii kan itti argattuu dha. Kitaaba kana keessatti jaalalli dhugaa kan Obsituu fi Ilfinesh Qannoo fa'a biyyaaf qaban argitee dinqisiifatta. Gaaffii Hulluuqaa, Quuxessaa, Morkee Baqataa, Galaanee, Duumechaa Cawwaaqaa fi taatota biraa eenyummaa isaanii kan dhugaa irraa mulqitee argita. Seenaa Aannolee fi Ashalamoo gadi fageenyaan ibsamuu baatullee, fuul-dura qorattootnii fi barreesitootni seenaa gahee isaanii akka bahan waan taasisuuf yaalii koo akka salphaatti fudhattu jedhee hin-yaadu. Sadarkaa Dimokiraasiin Ityoophiyaa irra gahe irratti hundaa'uun falmattootni miliyoonaan ni uumamu waan ta'eef kana booda wal tuffannaa fi ciqileen gadi wal-qabuun amma mul'atu kunis ni dhaabbata jedhee amana. Barreeffamni "Seenaan Abbaa Qabu Hin-badu jedhu kun "Aannolee fi Calanqo taatee sobaati warri jedhan eenyu akka ta'an hanga tokko ni ibsa. Seenaa walii dabsuu fi wal cabsuu nuti wal irratti raawwachaa jirru tookko amanee tokko shakkee fudhachuu danda'a.

Aannolee fi Ashalamo

Details

Verlag GlobeEdit
Ersterscheinung Januar 2025
Maße 22 cm x 15 cm x 3.4 cm
Gewicht 852 Gramm
Format Softcover
ISBN-13 9786206795926
Seiten 560